Hosea 6:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira Gileadi nama ch'ubbu tolche d'iiga namaa buusuti guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gala'aad qachaa namoonni hammeeyyiinii fi worri dhiiga namaa jissa'aa nama ajjeesan keessa guuteeru taateerti!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Giil'aad qachaa namoota hamootaa, ka dhiigaan battowe.