Hosea 6:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni shifta fakaatti, ta d'okhate karaati nama eeddu. Kara fulla qulqullo Shekemu deemuleti nama ijeefti; ammalle waan kana ch'ufa beekhaa tolchiti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma saamtonni nama ajjeesu'uuf gaadan akkasuma godhan; isaan karaa gara Seekemii fiduutiin gaada'aa nama ajjeesa'aa yakka nama saalfachiisu raawwatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri nama saamu akkuma riphee nama eegu, hayyootille goli'iin akkasuma godhan; isaan karaa Sheekem geessu irratti nama ijjeesaa, yakkaa fokkisiittuu hujan.