Hosea 7:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Israeliini aka sabaliisa jirti, ka aka daalle fulla ch'ufa ka inteenne maru; qara lafa Misiri qarqaarsa fed'achu d'aqani, ammo eege Ashuru d'aqani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii akka handari'ii gara laafeyyi'ii fi worra sammuu dhidhu'uu ta'aniiran; kanaafuu isaan gargaarsa argachu'uuf hennaa tokko gara biyya Misirii iyyatan; hennaa tokko gara mootii Asoorii fiigan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Efreemii akka saphaliisa hubantii hin qanne ka akkuma kasoo sobamuu ti; qara worra Gibxi'ii qarqaarsa gaafatan; achiin duuba gara worra Asoorii deebi'an.