Hosea 7:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini worra guddise jabeesele, worri nati malate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka isaan leenjisee fi ka hunna isaanii jabeesse ana; isaan daba natti yaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani leenjii isaaniif kennee, isaan jabeessulle, isaan ammoo na irratti mala hamaa dhowan.