Hosea 7:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri yo ch'ufa naraa gore waaqa woma keesa injirre kad'ate guube dabdu fakaata. Waan jaaroleeni kiyyibdeefi, worra goraadeeni fit'ani, worri Misirileeni worra kobla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Na irraa fagaatanii gara waaqeffannaa duwwa'aa deebi'an, akka buundhee waan itti bikkatan dhabee baduu ta'aniiran; bulchoonni isaanii sababaa waan hamaa dubbataniif guraade'een dhayamanii du'an; isaan worra biyya Misirii biratti worra kolfaa ta'an.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gara waan bu'aa hin qannee deebi'ane; isaan akka guubee qajeelatti daaya hin darbannee ti; sooreyyiin isaanii sababa dubbii hantuu ifiitiif shallaaga'aan hin dhumatan. Waan kanaaf, worri biyya Gibxi'ii isaanitti hin murgan» jedha.