Hosea 7:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan anini hameenna worra suni diqole qaabad'u insehu; ammo ch'ubbuuni worraa worra marsite hojja ch'ufa nati mullatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu akka ani hammeenna isaanii kana maraa qaabadhu sirima hin hubatan; sababaa kanaaf cubbuu ufiitiin marfamaniiran; hujiin hammeenna isaanii maruu ka na jalaa dhokatee miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo hujii isaanii hantuu tana mara akka ani qaabadhu hin yaadatanu; cubbuun isaanii isaan marsitee, yennaa mara fuula kiyya dura jirti.