Hosea 7:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Hayyufi hojattu isaa gugurdo sosobaniti iti malatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Isaan mootii ufii hammeenna ufiitiin, worra jajjabaa sobaan gammachiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isaan mooticha hammeenna ifiitiin, qondaaltota dhara ifiitiin gammachiisan.