Hosea 7:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hayyu daalleese suni akuma ibida woi d'aabu mala ufiitini gubate. Halkani ch'ufa dallansuuni worraa gach'abde, ammo diirama aka ibida bobeeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daba hojjachu'uuf garaan isaanii akka gaamse'ee oo'a; lolli isaanii halkan guutuu uduu aaru bula; yoo lafti bariitu ammo akka ibidda bobayuutitti mallisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka eelee finiintee ti; gadhaan isaanii isaan keessatti gubata; halkan guutuu aariin hin qabbanoottu; ganama akka bobe'a ibiddaa bobeetti.