Hosea 7:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Israeli aka qit'a gami toko imbilchaatiini jira. Worri gosa d'ibi d'aatu jirtu abdata,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Baniin Israa'elii worra Yihuudota hin taanetti makaman; isaan sababaa kanaaf akka xoroshoo gara hin gallee worra bu'aa hin qabne ta'aniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan Efreemi gosa biyya adda addaa woliin wolitti makante; kolbaan Efreemii akka bixee gara hin galfaminii ti.