Hosea 8:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini barsiisa heddu muumme inqamne worraa t'aafe barsiisa, ammo worri imfud'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani seera kiyya keessaa seera isaan ittiin bulan heddu barreessee isaanii kenne; isaan ammo akka waan keessumma'aatitti laakkayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan seera kiyya keessaa hedduu isaaniif barreesse; isaan ammoo waan san akka alaga'aatitti laakkowane.