Hosea 8:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sorio naa qalani, fooni sorio sunile nyaatani, ammo anini, AABBO Waaqi, sorio suni gammadaani imfud'ad'u. Amma anini ch'ubbu worraa qaabad'e, maro ch'ubbu sunitiifi worra gargalche, lafa Misiriti deebisa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan yoma ciincaa mishaa naa dhiyeessanii foon ciinca'aa uduu nyaatanille'ee ani Rabbi ufitti isaan hin fudhadhu; ani amma yakka isaanii isaanitti yaadee cubbuu isaaniitiin isaan adaba; isaan gara biyya Misirii hin deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kennansa ciinca'aa naaf dhikeessan; foon ciinca'aa hin nyaatan. Ani Mootiin Waan Maraa ammoo isaanitti hin gammanne. Ani amma hammeenna isaanii hin qaabadha; cubbuu isaaniitiif isaan hin adaba; isaanille gara biyya Gibxi'ii hin deebi'an.