Hosea 8:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worri ya waan dansa dide; tanaafi nyaapi worraa worra gussa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu baniin Israa'elii waan mishaa waan jibbaniif diinni isaan ari'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo waan dansaa jibbiteerti; diinni isii hin ari'a.