Hosea 8:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kiyya ka naani ingahiini hayyu fohate, ato na imbeesisiini jaarole tolfate. Worri qarsifi worqi fuud'e tume waaqa d'ara mid'aafate akanaani ufi balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isaan fedha kiyya malee mootota moosisan; uduu na hin gaafanne abboota murti'ii muudan; isaan waaqolee tolfamaa isaan balleessan meeti'ii fi worqii ufii irraa hojjatatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isaan eeyyama kiyya malee mootota moosifataneeran; adoo na hin gaafatin qondaaltota filataneeran. Lafa irraa badiisaaf, meeti'ii fi worqii ifiitiin waaqota dharaa ifumaaf hujataneeran.