Hosea 8:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini korma worqiini mid'aasani, ka worri dira Samaria kad'atu, ya jibbe aka hamtu worrati dallane. Worri haga yoomi waaqoota d'ara tana gula yaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii Samaariya'aa! ani waaqa tolfamaa fakii waati'ii keessan jibbeera; dheekkamsi kiyya akka ibiddaatitti isin irratti bobaya; isin haga yoomii badii irraa qulqullaayuu diddan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee worra Samaariya'aa, waaqa dharaa keessan ka jabbii fakkaatu gata'a. Aariin tiyya worra waan kana godhu irratti hin bobeetti; isaan haga yoomii qulqullummaa dhaban ree?