Hosea 8:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kormi kunini ka ogeeyiini Israeli mid'aasite waaqa akami? Laki, waaqaniti! Korma worqi ka Samaria keesati kad'atani gargari ch'ach'absani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fakiin waaqa tolfamaa waati'ii kun ka harka nama ogeessaatiin hojjatame waan ta'eef Waaqa ta'uu hin danda'u; kanaafuu waandhi tolfamaan Samaariya'aa ka fakii waati'iitiin hojjatame caccabee kufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'el keessatti, waaqa dharaa ka jabbii fakkaatu kana nama hujii harkaa beeku tokkotti huje malee, wonni Waaqaa moti; waaqi Samaariya'aa ka jabbii fakkaatu sun caccabee hin bututa.