Hosea 8:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qilleensa fach'aasani, bubbe muratani! Dargayeeni oobru keesa jirtu, ta mata inqamne, sagale imbaaftu. Ato baaftele, nyaapumati nyaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka nama qilleensa waamee bubbee haamatuu ta'an; maqaan midhaanii ka hurbuu hin qabne midhaan ta'uu hin danda'u; yoma daraaraa qabaatellee kama worri ormaa nyaatan woyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qilleensa facaafatanee, hobonbolattii haammatan. Midhaan fichaa isaanii mataa hin qabu; midhaanille hin buusu; yoo midhaan buuselle ormatti nyaata.