Hosea 8:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli harre diidaa fakaata, ta mata ufiiti yaatu. Worri gara Ashuru d'aqe qarqaarsa fed'ate gosa d'ibile qarqaarsa iraa bitate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka harree wojjuma ufii lafa onaa keessa olii gad tarara baduu gara mootii Asoorii deeman; akka isaan eegan moototaa gatii kaffala'aa shelatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka harree diidaa qofi joonjanee, gara worra Asoorii dhaqane; kolbaan Efreemii gatii kaffaltee jaalota godhatte.