Hosea 9:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ado worri ijoolle d'alellee, anini ch'ufa infit'a. Hojja anini worra kana lakisu gaargala hamaati iti d'ufa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan yoma ijoollee uumatanii guddisanillee ani isaan maraa waan qoomuuf worra ijoollee hin qabne ta'an; ani isaan irraa yoo fagaadhe isaan hobbaas!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yoo ijoollee guddifatanelle, ijoolleen isaanii tokkolle adoo hin hafin hin dhumatan. Yennaa ani isaan biraa deeme isaaniif aanne'e!