Hosea 9:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma worra kana maani Tolchi siini jed'a? Wonti atini tolchitu, nad'eeni worraa maseensi, harma worrale doomsi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa kiyya! banii kanaa maal kennita; garaa irraa bawuu fi harma aannan hin baane isaanii kenni!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, isaaniif kenni! Ati maan isaaniif kennita? Gadaamessa ulfi irraa bayuu fi harma gogaa isaaniif kenni.