Hosea 9:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli mukha qanch'oorate hiddi goge mid'aani imbaamne fakaata. Worri ijoolle ind'alu, ato d'alelle, anini ijoolle worri jaalatu suni imfit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii akka muka qilleensi dhayee hiddi isaa gogee daraaraa daraaruu hin dandeennee daraaraa malee hafan; yoma ijoollee uumatanillee ijoollee isaan guddisanii jaalatan isaan jalaa ajjeesa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Efreemii dhowante; hiddi isaanii goge; isaan midhaanille hin buusanu. Isaan yoo ijoollee uumatanelle, ani ijoollee isaan jaalatanu isaan duraa hin ijjeesa» jedha.