Hosea 9:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi kiyya gumi ufii dide gata, waan worri isa ch'aqasu dideefi. Worri fulla d'abe gosa d'ibi keesa mara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waan isaa ajajamuu didaniif Waandhi kiyya isaan gata; isaanillee banii Yihuudota hin taane keessatti raantaya'aa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan isaan isaaf hin ajajaminiif, Waaqi kiyya isaan hin gata. Isaan gosa biyya adda addaa odduu worra daaqu hin te'an.