Isaiah 1:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Yerusalemu, jara si mohatufi worri si keesa tauleeni worra Sodomafi Gomora fakaata. Dubbi AABBO Waaqaa ch'aqasa, waan Waaqi isani barsiisu d'agaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri akka bulchoota Soodomii! dubbii Rabbii dhagayaa'a; isin namoonni akka worra Gamora'aa! seera Rabbii caqasaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin bulchoota Sodoomii jecha Mootii Waan Maraa dhage'a'a! Isin kolbaa Gomora'aa seera Waaqa keennaa caqasa'a.