Isaiah 1:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti waan kana ch'ufa hojja kad'acha na dura d'uftani, kootani isaniini jed'e? Eenuti, koota Mana kiyya keesa yaa isaniini jed'e?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo na afoo dhiyaachu'uuf dhuftan; kana maraa akka naa fiddan; akka balbala mana woyyuu kiyya ijjattan eentu isin gaafate?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin na duratti yennaa dhikaattanu, kana mara akka fiddanuu fi Galma kiyya dura akka dhaabbattanu eennuttuu isin gaafate?