Isaiah 1:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka waan dansaa tolchitani barad'a. D'uga barbaada gula yaa, nama dabsani barbaada, ilmaani hiyyeeyi waan isii kennafi, nad'eeni hiyyeeyile dubbad'afi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan mishaa hojjachuu baradhaa'a; haqa barbaadaa'a; worra dhiibaman oolchaa'a; worra abba'aa fi haadha hin qabnee dhaabadhaa'a; haadha hiyyeeyyi'iitii tamaaggadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dansaa godhiisa baradha'a; haqa barbaada'a; worra cunqurfame qarqaara'a; ijoollee haadhaa fi abbaa hin qanne qarqaara'a; haadha hiyyeessaatiif falma'a.