Isaiah 1:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Koota, dubbi tana ilaala. Ato dabi keesani diimatele adi aka aanani tolchani, Ato inni aka male diimatele adi aka ch'aama tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mee koottaa'a; wol haa ajiifannuu» jedha Rabbi; cubbuun keessan akka dhiigaa yoo diimatellee akka barada'aa addaata; yoo akka dhiigaatitti diimatellee akka jirbi'ii addaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Kowa'a, wol komanna; cubbuun teessan akka dhiigaa diimatulle, akka dhakaa bokkeyaa hin addaatti; akka dhiigaa diimattulle akka fuutta'aa hin addaatti.