Isaiah 1:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, gubbafi lafa, dubbi tiyya ch'aqasa! Ijoolleeni anini gugurdise ya nati garagalte na didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samiiwwan dhagayaa'a! ardiinillee caqasi! Rabbi waan akkana jedhee dubbateef «Ijoollee uumadhe; isaan guddise; isaan garuu na dhiban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ee ol-gubba'a dhage'i! Ee lafa caqasi! Ani ijoollee uumadhee guddifadhe; isaan ammoo hammeennaan na irratti ka'ane.