Isaiah 1:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo isani na diddani aka hama woraanani dootani. Dubbi tana ana AABBO Waaqati jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo diddan; yoo worra dhibu taatan garuu; guraade'etu isin nyaata.» Afaan Rabbii kana waan dubbateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diddanee yoo na finqiltane, shallaagaan isin hin nyaata› jedhee ani Mootiin Waan Maraa dubbadheera» jedhe.