Isaiah 1:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri duri Waaqa jaalate saalfatuufi, ya aka sharmut'a tahe! Duri nama d'ugaati keesati gala, ammo amma tana, nama harka d'iiga ch'allati keesati hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaan amanamtuu turte; attamitti akka seebartuu taate laalaa'a! ta balchummaan itti babadhate turte; amma garuu ta worri lubbuu baasu keessa jiraatu taate!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaan addatamaan attam sagaagalaa te'e? Dur haqi isa keessa guuteeraayyu; balchummaalle isa keessa jirtiiyyu; amma ammoo worri nama ijjeesu keessa guuteera.