Isaiah 1:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kanke gugurdaani nama d'ugaa dide hattu waheelchu: worri hojja ch'ufa gumbo jaalate waan nama ira nyaatu barbaada. Worri ilmaani hiyyeeyiti indubbatu, yokhaani nad'eeni hiyyeeyi dubbi isii jalaa inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bulchoonni kee worra dhibuu fi hiriyyoota worra hatuuti; maruu gabbarsuu jaalatan; waan fudhatanillee guddisanii barbaadan; worra abba'aa fi haadha hin qabnee hin dhaabatan; iyyata haadha hiyyeeyyi'ii hin dhagayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchitooti teeti finqiltoota; jaalota hattu'uu ti; isaan marti safuu jaalatan; kennansa gula deeman; ijoollee haadhaa fi abbaa hin qanneef hin falmanu; iyyata haadha hiyyeessaalle hin dhage'anu.