Isaiah 1:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan AABBO Waaqi d'uga qabuufi Yerusalemu baase ammalle nama keesa jiru, ka ch'ubbu iraa deebiule ch'ufa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tsiyoon haqaan; worri isii keessa jiraatu ka aagii galu'uun deebi'u balchumma'aan furaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xiyoon haqaan, worri isii keessaa ka cubbuu irraa deebi'u balchumma'aan hin wodaman.