Isaiah 1:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma buuyo goddu qaanqeeni qabsiiftu, akasuma jari irre qabu huji ufii ta ch'ubbutiini badde, nami worra baddu d'owu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni jabaan akka bura'aa; hujiin isaa akkuma qaanqee ibiddaa ta'a; lachuu wolumaan gubatan; ka ibidda san balleessullee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami jabaan akka haasumee ibiddaa, hujiin isaalle akka qaanqee ibiddaa hin teeti; isaan lamaanuu hin gubatan; nami isaan irraa dhaanfulle hin jiru.