Isaiah 1:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani maafi ammalle teetani na diddani! Isani gaargala hagasi ira argachu feetani? Ee Israeli, mataani keesani ya mamadae, garaafi qalbiini teesani fayya inqabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maaf dhibuu irratti dhibuu edaatani ammallee dhayamuu barbaaddan? mataan keessan maruu dhibameera; garaan keessan maruu raafameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin maaf ammalle adabamiisa barbaaddan? Isin maaf finqila lakkisuu dhaddan? Mataan keessan addee mara madayeera; gadhaan keessanille raafameera.