Isaiah 1:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nafi keesani fulla tokoleeni fayya inqabu, haguma mata eje miilati eje, nafi keesani ch'ufti waan dirmamufi malaafi madaani bade. Mada tante qulqulleesani qorsa tokole ira kayani womaani inhinne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qeensa lukaatii haga rifeensa mata'aa fayyaa hin qabdan; iitaa fi mada'a; akkasuma dirmammuu calla'a hin dhiqamne; hin hidhamne; sayiti'iin hin sukkuumamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Faana miila keessaniitii haga gubbaa mataa keessaniititti fayyaa hin qaddanu; nafi madaa, iitaa fi malaalle'een guutameera; madaan teessan sun wolitti hin deebine, hin hidhanne; zayitiille'een hin laanne.