Isaiah 1:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti teesani ya bade, dira keesani ch'ufa ya ibidi gube, ato isani agartanu nyaapi d'ufe lafa teesani fud'ate waan ch'ufa balleese ona tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyi keessan ona; qachoonni keessan ka ibiddaan gubatan ta'an; uduu ijji teessan argitu lafa teessan ormi fudhata; hin bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyyi teessan ona hin teeti; qachooti keessan ibiddaan hin gubata. Adoo isin ilaaltanuu ormi fichaa keessan fudhatee, akka lafa diinni qabatee hin barbadootti.