Isaiah 1:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira Yerusalemu ch'allati hafa, ka nyaapi marse had'uu jiru. Inni qarqaarsa d'abe, hoosa hojatu oobru zabibutifi yokhaani mana oobru bododa keesa jaarani fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Intalti Tsiyoonii; akka daasee biqiltuu woyini'ii keessa jiruu; akkuma goom'ee biqiltuu baasqula'aa keessatti argamuu; akkuma qachaa marfamteetitti gatamte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Intalti Xiyoonii akka gosee fichaa woynii keessaa, akka mana fichaa baaqulaa keessaatii fi akka qachaa diinni marsee hin teeti.