Isaiah 1:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato sila Waaqi guddaani nama gari hambisuu baate, Yerusalemu ya balleesani, akuma Sodomafi Gomora duri balleesani kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi banii maraa uduu fiixaa nuu hambisuu baatee, akkuma Soodomii taana; Gamoraa fakkaanna ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade adoo sanyii nuuf hamburiisa dhabee jiraate, silaa akka Sodoomii teenee, Gomoraalle hin fakkanaayyu.