Isaiah 10:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Samariafi waan harkaani boch'ani kad'atanile ya balleese, Yerusalemufi waan boch'ani ka achiti kad'atanile akasuma tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Samaariya'aa fi waaqolee tolfamaa isi'ii irratti godhe; Yerusaalemii fi fakii isi'ii ka bocame maraa irratti hoo akkasuma hin godhuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qachaa Samaariya'aatii fi waaqota dharaa isi'ii akkuma godhe, Yerusaalemii fi waaqota dharaa isi'iille akkasuma hin godhuu ree?› jedha» jedhe.