Isaiah 10:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani nama nyaachisa nyaatu, d'ukuba iti buuse gaargalcha; nafa worra ibidati keesa bobaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Gooftaan; Rabbi Gooftaan banii maraa; loltoota fufurdatanitti dhibee isaan huqqisu isaanitti erga. ibidda bobayu ka ulfinna isaatii gaditti mallisu qabsiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa, Goottaan Waan Mara Dande'u, loltoota ifii worra Asoorii gagabboo irratti dhukkuba huqqisu hin erga; ulfinna isaa guddaa jalalle'ee, holotaan akka bobe'a ibidda bobe'uu hin gabbata.