Isaiah 10:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ifsaani Israeli ibida tahe, Waaqi qulqullooni Israeli bobae, guyya tokooni waan ch'ufa gube balleesa, qoraatifi mogorele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ifni Israa'elii ibidda; woyyichi Israa'elii arraba ibiddaa ta'a; guyyama tokkotti qore'ee fi sokorruu ibiddi nyaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifi Israa'elii Waaqi, akka ibiddaa, Waaqi woyyichi Israa'elii akka bobe'a ibiddaa hin te'a; inni guyyaa tokko keessatti qore'ee fi qumi'uuduu gubee hin fixa.