Isaiah 10:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Badda guddofi oobru dadansale ch'ufa balleesani, akuma d'ukubi hamani nama balleesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma dhibeen huqqisee nama ajjeesu; ulfinna bosonaatii fi qonna lalisaa'a; hin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma nami dhibamaan huqqatee du'u, gongomaan isaatii fi fichaan laafaan isaa ijjumaa hin badan.