Isaiah 10:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani ind'ufa, ka worri Israeli ka hafe gosa worra diquma inhobaasini taani deebie inabdanne, ammo AABBO Waaqa Israeli qulqullo abdatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san sanyii Israa'elii keessaa worri hafe; worri mana Yaaqoobii keessaa oole; ammaa achi worra Asoorii ka isaan dhaye hin amanan; bikka san Rabbii woyyuu Israa'eliititti dhugamaan amanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san worri Israa'elii keessaa baraaree hafane, worri mana Yaaqoobii keessaa lubbu'uun hafanelle, dhugumaan Mootii Waan Maraa woyyicha Israa'eliititti irkatan malee, deebi'anee ka isaan injifatetti hin irkatanu.