Isaiah 10:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato amma tana worri Israeli heddu aka maansa galaanaa taatele, nama diqaati deebia. Baddi worraa malte ya hereganifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'elii! yoo baniin kee akka xidhacha galaanaa ta'ellee; worruma hafe calla'atu deebi'a; balleessaa bani'iitiif murtiin dhuga'aa qophaayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Israa'el! Kolbaan teeti akka maansa abbaaya'aa yoo teetelle, isaan keessaa baraaree qofattuu deebi'a; badiin murteeffanteerti; muraan Waaqaa ta haqaa irraan hin dhangalaati.