Isaiah 10:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi guddaani, licho tiyyaani worra d'aana, akuma duri worra Midiani d'akha Orebuti d'aane. Anini akuma Misiri gaargalche Ashurule gaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Gooftaan banii maraa Miidiyaamiin dhagaa Heereebii laddatti dhaye, qacce'een isin tuma; akkuma biyya Misirii maraa irratti godhe; ulee ufii galaana irratti ol fudhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, rassaa Horeeb biratti worra Miidiyaanii akkuma dhaane, liche'een isaan hin dhaana; inni Gibxii keessatti akkuma godhe, ulee ifii bisaan irratti ol hin fudhata.