Isaiah 10:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja guyyaani sunini d'ufu, anini harka worra Ashuru keesaa isani baasa, qaampari worra deebie gurmu teesani ira intau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san ba'aan isaanii gurmuu kee irraa; qambarri isaaniillee lum'a kee irraa ka'a; sababaa furdinna keetiitiif qambarri hin caba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san ba'aan isaanii gurmuu teessan irraa hin kaati; waanjoon isaaniille morma keessan irraa hin ka'a; isin waan furdattaneef, waanjoon hin caba» jedha.