Isaiah 10:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani irre isaatini, akuma dame mukha ch'irani, worra ch'ire lafa buusa, ka kiyyibe ufi olifuud'u murre gadi buusa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo Gooftaan; Rabbi Gooftaan banii maraa; hunna jaba'aan dameewwan mummura; mukkiin dhedheeraan hin jigan; gugurdaanillee hin kufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, Goottaan, Mootiin Waan Maraa, Ka Waan Mara Dande'u, hunna ifii guddo'oon, dameelee hin caccassa; muki dhedheeraan hin murama; ka caalaa dheeratulle gad hin qabama.