Isaiah 10:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi akuma mukeeni garaa badda keesa d'agaraani ch'irani worra ch'ira. Akuma mukeeni Lebanoni dadansaani jiddu, worrileeni jiga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bosona dukkanaayaa dhagara'aan mummura; Libaanosillee jabaa afo'otti kufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gongomaa ciggaa agara'aan hin mura; muki Libaanonii gugurdaan hunnaamessa duratti hin jigan.