Isaiah 10:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gosa Waaqa imbeenne ta na dallansiftuti erga, aka worra hatani saamani akuma huura kara keesati ira ejaanjatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka qabeenna isaanii saamu; akka boojuu guuratu; akka dhoqqee karaa irraatitti akka isaan dhiitu; gara banii Waaqa hin qabnee ka na aarsuu kanatti isa erga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka inni isaan saamu, akka isaan booji'u, akka dhoqqee karaa keessaa akka inni isaan dhidhiitu, biyya Waaqa malee leetu, ta aariin tiyya irra jirtutti isa hin erga.