Isaiah 10:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyichi Ashuru mala ufii ka woini yakuu qaba, inni aka gosa d'ibi balleesu ya kutate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni garuu akkana hin yaanne; garaa isaa keessa kun hin turre; garuu karoorri isaa balleessu'uuf; banii hedduu diigu'uuf ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Asoorii ammoo tana hin yaadanne; tun waan inni qalbii ifii keessaa qabuu moti; te'uu malee, inni balleessiisaaf, gosa biyya adda addaa hedduu fixiisaaf karoorfate.