Isaiah 11:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'alooti Yese hunda mukha murani fakaata; ammo akuma dameeni latte hunda suni iraa baatu, akasuma hayyuuni d'aloota isa keesa d'alata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma jirmi damee baasuu fi akkuma hiddi isaa ol biqilu akkasuma fiixaa Daawitii keessaa mootiin tokko baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma jirmi quunxee damee baasu, sanyii Iseyii keessaa mootiin haarenni hin ka'a.