Isaiah 11:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani ind'ufa, ka nami d'aloota Daudi hayyu tahe, akheekha gosa ch'ufaa tahu. Worri dira isaa keesati wolti bahe isa guddisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san fiixaan Isseyii bani'ii malkata ta'ee dhaabata; mootonni gara isaa dhufan; huleen itti hara baafatullee kabajjamaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san sanyiin Iseyii akka beessisaa kolba'aaf hin dhaabbatti; gosi biyya adda addaa isa hin barbaaddi; addeen inni le'ulle ulfinna hin qabaatti.